Obbo Ahimad Shiideen Af Yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa ta’uun moggaafaman

Wait 5 sec.

Finfinnee, Fulbaana 25, 2019 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 7ffaa har’a gaggeessaa jiruun obbo Ahimad Shiidee Af Yaa’ii mana marichaa taasisuun moggaaseera.Obbo Ahimad Shiideen waggoottan shanan itti aanaaniif Af Yaa’ii ta’uun tajaajiluuf Mana marichaa fuulduratti sirna kakuu raawwachuun hojii eegalaniiru.Malaakuu Gaddifiin#Itiyoophiyaa #BiyyaGuddoo #UmmataGuddaa #MullataGudda