Filannoo waliigalaa torbaffaa booda har'a mootummaa haaraan Itoophiyaa keessatti ni hundaa'a. Filannoo ministira muummee dabalatee muudamni adda addaa akkasumas murteewwan hedduun ni eegamu.