Itoophiyaan bara 2050tti baay'ina ummata musliimaan addunyaarraa sadarkaa meeqaffa qabatti? Biyyoota 10 addunyaa irratti hanga bara 2050tti baay'inni ummata Musliimaa saffisaan dabala jedhamee eegamu filanneerra.