Namoonni miliyoonaan lakkaa'aman suuraa AI hojjetanii kan bara 1980 keessaa fakkaata jedhan miidiya ahawwaasaa irratti qoodaa turan. Balaa akkamii akka qabu ogeessonni himaniiru.