Itoophiyaa fi Ertiraan loltoota daangaarra qubsiisuun sodaa waraanaa cimse

Wait 5 sec.

Itoophiyaa fi Ertiraan daangaa waliin qaban irratti humnoota isaanii qubsiisuu qaamoleen walitti bu'iinsa hordofanii fi namoonni hidhattoota naannoo Tigraay waliin hidhata qaban himan.Kunimmoo waraanni ka'uu mala sodaan jedhu akka dabalu taasiseera.