Finfinnee, Sadaasa 8, 2019 (FMC)- Obbo Adam Faaraah Walitti Qabaa Boordii Garee Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa ta’aniiru.Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Obbo Adam Faaraah’f simannaa taasisuun, bara hojii gaarii akka ta’uuf hawwii gaarii qabu ibseera.#BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa