WBO'n haleellaan Shirkaatti lubbuu heddu galafate akkamii fi eenyurrattiakka raawwatame deebii kenne

Wait 5 sec.

Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO- ABO'n) haleellaa baatii Onkoloolessa 2026 Arsii, Aanaa Shirkaatti raawwatame ilaalchisuun ibsa baaseen tarkaanfii fudhachuu isaa amaneera. Garuu tarkaanfiin fudhatame hidhattoota yeroo boqonnaa isaanii waraan irratti hirmaatanii jedha.