Paartiin Sochii Biyyaalessaa Saba Amaaraa (ABIN) mariin biyyaalessaa ''giddu seentummaa mootummaa fi dantaa garee tokkoon gufateera'' jechuun himate.