Tiraamp Ulaan Hormuz 'yeroo dhihootti'qaama US akka ta'u dubbatan

Wait 5 sec.

Pirezidantiin US Donaald Tiraamp 'yeroo dhihootti' Ulaan Hormuuz qaama Yunaayitid Isteet akka ta'u akka labsan dubbatan.