Finfinnee, Fulbaana 20, 2019 (FMC) – Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii jalqabaa marsaa 4ffaa gaggeessaa jiruun obbo Saamu’eel Mollaalinyi Ittaanaa Kantiibaa fi Hogganaa Biiroo Misoomaa fi Pilaanii magaalichaa taasisuun muudeera.