Ameerikaan jilli Iraan Niwu Yoork keessaa akka ba'u ajajje

Wait 5 sec.

Ministirri dhimma alaa US Maarkoo Ruubiyoo mariin jila Iraan waliin taasisan akka yaadanitti deemuu didnaan jilli kun yeroo kannameef dursee akka Niwu Yoork keessaa ba'u ajaja dabarse.