Koreen hooggansa olaanaa Godinaalee haaraa Oromiyaa ramadaman

Wait 5 sec.

Finfinnee, Fulbaana 19, 2019( FMC)- Koreen hooggansa olaanaa Godinaalee haaraa Oromiyaa ramadamuu Tajaajilli Kominikeeshinii Oromiyaa ifoomseera. Ergaan Tajaajilichaa akka itti aanutti dhiyaateera. Mootummaan Naannoo Oromiyaa murtee seena qabeessa fayyadamummaa uummataa mirkaneessuu danda’u murteessuun rifoormii haaraa ijaarsa sirna cimaafi mootummaa jabaa bu’uuressuuf ooluu taasiseen caasaa Godinaalee Oromiyaa 21 gara caasaa Godinaalee 6tti fiduun hundeesseera.Haaluma kanaan koreen hooggansa olaanaa Godinaalee kanaas ramadamaniiru. Godina Baha Oromiyaa 1. Obbo Abdurrahmaan AbdallaaSadarkaa itti aanaa Pirezidantiitti Bulchaa Godina Baha Oromiyaa Teessoo: Harar2. Aadde Miski Muhammad sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aantuu Bulchaa Damee Misoomaa Godina Baha Oromiyaa Teessoo: Ciroo3. Obbo Anas Aliyyii Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Nagaafi Haqaa Godina Baha Oromiyaa Teessoo: Galamsoo4. Obbo Jaarsoo Boruu Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Olaanaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Baha OromiyaaTeessoo: Gurawaa5. Obbo Fiqaaduu Miiliyoon Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Baha Oromiyaa6. Aadde Saamiyaa Abdallaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Baha Oromiyaa Godina Giddu galeessaa Oromiyaa1. Dr. Mangistuu Baqqalaa Sadarkaa itti aanaa Pirezidantiitti Bulchaa Bulchiinsa Godina Giddu galeessaa Oromiyaa Teessoo: Shaggar fi Adaamaa2. Obbo Abbaabbuu Waaqoo Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Misoomaa Godina Giddu-galeessaa OromiyaaTeessoo: Waliso3. Obbo Kifalaw Adaree Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Nagaafi Haqaa Godina Giddu galeessaa OromiyaaTeessoo: Fiichee4. Obbo Makkonnin Baay’isaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Olaanaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Giddu galeessaa OromiyaaTeessoo: Ambo5. Obbo Ashannaafii Ajjamaa sadarkaa hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Giddu galeessaa Oromiyaa6. Obbo Taaddasaa Dirribaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Giddu galeessaa Oromiyaa Godina Kibba-Lixa Oromiyaa1. Dr. Rashaad Kamaal sadarka itti aanaa Pirezidantiitti Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Lixa Oromiyaa Teessoo: Jimma2. Obbo Indaalkaachaw Tafarii Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aantaa Bulchaa Damee Misoomaa Godina Kibba-Lixa OromiyaaTeessoo: Beddellee3. Obbo Amaan Danuu Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Nagaafi Haqaa Godina Kibba Lixa OromiyaaTeessoo: Limmuu Gannat4. Obbo Didhaa Guddataa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Olaanaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Lixa OromiyaaTeessoo: Mattuu5. Obbo Muhaammadxaahaa Abbaa Fiixaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba-Lixa Oromiyaa6. Obbo Moosisaa Lammeessaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Lixa Oromiyaa Godina Kibba Oromiyaa 1. Obbo Ahmad Haajii Sadarkaa itti aanaa Pirezidantiitti Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Oromiyaa Teessoo: Yaabeelloo Dabalata Godina Kibba Oromiyaa:2. Obbo Adulaa Hirbaayyee Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aantuu Bulchaa Damee Misoomaa Godina Kibba OromiyaaTeessoo: Adoolaa 3. Obbo Liiban Areeroo sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Nagaafi Haqaa Godina Kibba OromiyaaTeessoo: Nageellee Booranaa 4. Obbo Wandimmuu Roobee Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Ol’aanaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba OromiyaaTeessoo: Bulee Horaa 5. Obbo Ibraahim Abdii Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Oromiyaa5. Obbo Isaaq Xaachoo Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Oromiyaa Godina Lixa Oromiyaa1. Obbo Masfin Malaakuu saradrkaa itti aanaa Pirezidantiitti Bulchaa Godina Lixa Oromiyaa Teessoo: Naqamte2. Obbo Mirreessaa Fiixee Sadarkaa oogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Misoomaa Godina Lixa OromiyaaTeessoo: Gimbii3. Obbo Gammachuu Gurmeessaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Nagaafi Haqaa Godina Lixa OromiyaaTeessoo: Shaambuu4. Obbo Taliilaa Tarrafaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa olaanaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Lixa OromiyaaTeessoo: Dambii Doolloo5. Obbo Badhaasaa Dhaabaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Lixa Oromiyaa6. Obbo Dassuu Lammii sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Lixa Oromiyaa Godina Kibba Baha Oromiyaa:1. Obbo Ahimad Idriis Sadarkaa itti aanaa Pirezidantiitti Bulchaa Godina Kibba Baha Oromiyaa Teessoo: Roobee 2. Obbo Asaffaa Tolasaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Misoomaa Godina Kibba-Baha OromiyaaTeessoo: Gindhiir 3. Obbo Abdurrazaaq Huseen Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Nagaafi Haqaa Godina Kibba-Baha OromiyaaTeessoo: Asallaa4. Obbo Ibraahim Kadiir Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Olaanaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba-Baha OromiyaaTeessoo: Shaashamannee 5. Obbo Izzaddiin Abuubakar Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba-Baha Oromiyaa6. Obbo Birhaanuu Arfaasaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Baha Oromiyaa