Itoophiyaan dippilomaatota Ertiraa sa'aatii 48 keessatti akka bahan ajajje

Wait 5 sec.

Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa deebii gocha diinummaa fi tuttuqqaa Ertiraan kallattii fi al-kallattiin Itoophiyaa irratti raawwachaa jirti jedheef embasii biyyattii Asmaraatii qabdu cufuuf murteessuu beeksise.