Waraanni Iraan mana maree US keessatti garaagartee uume

Wait 5 sec.

Waraana Iraaniifi bajata ministeera Ittisaa irratti waliigalteen dhibuun yaaddoo mootummaan US akka hojii dhaabu mala jedhu jabeesseera.