Magaalaa Maqaleetti nageenya waaressuu fi gabaa tasgabbeessuuf hojiilee gaariin hojjetaman – Jiraattoota

Wait 5 sec.

Finfinnee, Sadaasa 14, 2019 (FMC) – Magaalaa Maqaleetti nageenya waaressuu fi gabaa tasgabbeessuuf hojiileen abdii namatti horan hojjetaman jedhan Jiraattootni magaalichaa.Bulchiinsi Imaanaa Mootummaa Federaalaa Naannoo Tigraay Magaalaa Maqaleetti nageenya waaressuu fi gabaa tasgabbeessuuf hojiileen hojjette abdii kan namatti horudha jedhan jiraattonni kunneen.Bulchiinsi imaanichaa hojiilee nageenya magaalattii cimsuu, dhiyeessii meeshaalee bu’uuraa fooyyessuu fi gatii gabaa tasgabbeessuuf hojii hojjeteen jijjiiramni qabatamaan argamaa jiraachuu kaasuu isaanii ENA’n gabaaseera.#BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa