Haleellaan Tigraay Alaamaaxaatti lubbuu heddu galaafate akka qoratamu Amnastiin gaafate

Wait 5 sec.

Tigraay:-Haleellaawwan naannoo Tigraay Alaamaaxaatti lubbuu namoota nagaa galaafatan akka qorataman Amnastii Intarnaashinaal gaafate