Manni Marichaa Mooshinii deeggarsaa dhiyaate raggaasise

Wait 5 sec.

Finfinnee, Sadaasa 17, 2019 (FMC) – Manni Maree Bakka bu’oota Ummataa Yaa’ii Idilee 4ffaa bara hojii 1ffaa waggaa 7ffaa har’a gaggeesseen Mooshinii deeggarsaa dhiyaate raggaasiseera.Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Mooshinii dhiyaate ilaalchisee gaaffii fi yaada miseensota mana marichaarraa ka’aniif ibsaa fi deebii bal’aa kennaniiru.Mooshiniin deeggarsaa dhiyaate lakkoofsa 5/2019 ta’uun sagalee guutuun ragga’eera.#MullataGuddaa#BiyyaGuddoo #UummataGuddaa