Afrikaan hagam qabeenyaa fi miidhagina Itoophiyaa beekti?

Wait 5 sec.

Duulli Itoophiyaa biyyoota Afrikaa fi addunyaatti beeksisuu tibbana tokko jedhee magaalaa Naayiroobiitti jalqabeera. Sagantaa Itoophiyaa Afrikaatti beeksisuu kana Keeniyaatti Imbaasii Itoophiyaa, Riizoortii Kurriiftuu fi Daandii Qilleensa Itoophiyaatu wlaiin tahee qopheesse.