Nataaniyaahuun paartiin Arabaa filannoo Israa'el hatan jechuun himate

Wait 5 sec.

Likud paartiin Ministira Muummee Israa'el Benjaamiin Netaaniyaahuu, paartilee Arabaa biyyattii karaa gubboo, doorsisaa, hokkaraa fi filattoota waliin dha'uutiin filannoo hataniiru jechuun himate.