Bulchiinsi Magaalaa Maqalee Bulchitoota Kutaalee Magaalaa Torbanii Muude

Wait 5 sec.

Finfinnee, Onkoloolessa 17, 2019 (FMC) — Kantiibaan Magaalaa Maqalee Dooktar Shishaay Amaare, bulchitoota kutaawwan magaalattii torban ji’oota jahan itti aananiif bulchan muudaniiru.Haaluma kanaan;1. Obbo Geetaachoo Gabratsaadiq Gabirahiiwwat — Bulchaa Kutaa Magaalaa Hadinnat.2. Obbo Kaal’aayyuu Haayiluu Lammaa — Bulchaa Kutaa Magaalaa Kaabaa.3. Aadde Gennat Nugus Hiluuf — Bulchaa Kutaa Magaalaa Aaddii Haaqii.4. Saamraawiit Giday Sibhaatuu — Bulchaa Kutaa Magaalaa Qadaamaay Wayyaanee.5. Obbo Mabraahitan Gabramadihin Hindayyaa — Bulchaa Kutaa Magaalaa Ahidar.6. Obbo Abbaadii Gabragzaabiher Gabruu — Bulchaa Kutaa Magaalaa Kuhaa.7. Dubree Lattabirhaan Hintsaa Gabrigiyoorgis — Bulchaa Kutaa Magaalaa Haawaltii ta’uun muudamuu isaanii ENA’n gabaaseera.#Itiyoophiyaa #BiyyaGuddoo #UmmataGuddaa #Mul’ataGuddaa