Ameerikaan filannoo walakkeessa har'agaggeessitu dursitee Iraan irratti waraana bante

Wait 5 sec.

Ameerikaan Odola Qeshm Iraan Ulaa Hormuuz keessa jirturratti haleellaa banuu aanga'oonni US miidiyaa US keessatti michuu BBC ta'e CBS'tti himan. Ejensiin oduu mootummaa Iraan ITRNA akka gabaasettis odola kanarratti wixata dhohinsi baayyeen dhaga'ameera.