Rokkeettii waraanaa (RPG) Mooyyaleegama Keeniyaa 'qubachuun' yaaddoo hammeesse

Wait 5 sec.

Walitti bu'insa magaalaa Moyyalee torban lammataa qabateen rokkeettiin waraanaa (RPG) jedhamu sadii daangaa Itoophiyaa irraa daangaa Keeniyaa qubachuu qondaalli poolisii Keeniyaa himan.