Naatnaa’el Hagos Ispoortii Wushu’nXumuraaf Darbe

Wait 5 sec.

Finfinnee, Onkoloolessa 23, 2019 (FMC) – Taphoonni Olompikii Dargaggootaa bara 2026 Seeneegaal, magaalaa Daakaaritti gaggeeffamaa jiru.Dorgommiiwwan kana irratti Itiyoophiyaa bakka bu’uun kan hirmaate Naatnaa’el Hagos gara tapha xumuraatti darbeera.Naatnaa’el Hagos Itiyoophiyaa bakka bu’uun seenaa Olompikii keessatti yeroo jalqabaaf ispoortii Wushu’n dorgommii xumuraaf dabarsuu danda’eera. Naatnaa’el dorgommiiwwan walmakaa Guunshuu fi Chankuwaan dandeettii olaanaa agarsiisuun gara xumuraatti darbuun isaa ibsameera.Dorgommiin xumuraa boru, Onkoloolessa 24, 2019, sa’aatii 6:00 irratti gaggeeffama.Leewwii Ballaxaatiin