Balaa lolaa Neppaal fi Tibeet mudateen lakkoofsi namoota du'anii 700 caaleera. Kanneen dhabaman ammoo 2,400. Chaayinaan lammiilee alaa dhabaman keessaa eenyummaa namoota 261 adda baasteetti.