Haleellaa Raashiyaa hordofee,meeshaleen waraanaa naannawa mana jireenyatti kuusuunYukireenitti dheekkamsa kaase
Read post on feeds.bbci.co.uk
Kuusaa meeshaa waraanaa Kiiv irratti haleellaa raawwatameen yoo xiqqaate namoonni 37 du'anii dhibbaan lakkaa'aman ammoo baqqifamaniiru.