Seera Daawwee haquu hanga duula waraanaa - Seenaa Liiban Jaldeessaa ittiin yaadataman shan

Wait 5 sec.

Abbaan Gadaa duraanii Booranaa Liiban Jaldeessaa uummata Oromoo, keessatti, Oromoo Booranaa biratti akka Abbaa Gadaa qofatti osoo hin taane, akka goota gameessaa, abbaa, gameessa siyaasaatti ilaalamu.