Teeknooloojiiwwan waraanaa haaraa egeree lolaa geeddaraa jiran sagal

Wait 5 sec.

Yeroo jaarraa tokkotti siquuf jabinni meeshaa waraanaa humnaan, dhohiinsa uumuun, guddinaan, fageenya dheeraa imaluufi haleellaa raawwatuun madaalamaa yoona ga'eera. Har'a garuu osoo adda waraanaatti meeshaan tokko hin mul'atin waraanni balaafamaan gaggeeffama.