"Mana haadha kootti namoota abbaa bideenaa koo waliin dhufaniin irra deddeebiin gudeedamaan ture. Kanan gudeedamaa tures, namootan amanuun, namoota barsiisota amantaati jedhuunin ture" jechuun ijjishee diimatee, imimmaan lolaasaa BBC'tti dubbatte.