Odeeffannoon fayyaa US Itoophiyaa fi biyyoota Afrikaa kaanirraa barbaaddu maali? Birmadummaa miidhaa?

Wait 5 sec.

Dhihoo kana Ameerikaan biyyoota Afrikaa adda addaa waliin waliigaltee fayyaa irratti xiyyeeffatu mallatteessiteetti, dhimmi kun falmisiisaa ta'eera.Biyyoonni gariin waliigaltee kana yoo morman, kaan ammoo guutummaatti kan didan jiru.