Finfinnee, Adoolessa 23, 2018 (FMC) – Geejjibni Galaanaa fi Loojistiksii Itiyoophiyaa bara baajataa xumurame galii Birrii biiliyoona 100 fi biiliyoona 57 argateera.Bara baajataa 2018 keessa fe’umsi Meetirik Tooniin 7.4 gaajjibsiifamuu hojii Raawwachiisaa Olaanaan dhaabbatichaa Injinar Abduulbar Shamshuun ibsaniiru.Kanarraa galii Birrii biiliyoona 100 fi biiliyoona 44.9 argachuuf karoorfamee Birriin biiliyoonni 100 fi biiliyoonni 57.2 argamuu himan.Taaksiin dura galiin Birrii biiliyoona 25.4 bu’aa argachuu kaasan.Masaafinti Iyyaayyuutiin#Oromia #Ethiopia