Seelin Tsoyi fi Chaarles Mook waggoota lama dura ture US, Kaalifoorniyaa keessatti kan walbaran.Shamarreen ganna 23 fi dargaggeessi ganna 27 kunneen walbaranii turtii ji'oota saddeet booda wal kaadhimmatan.