Ayyaanni Irreechaa Hora Harsadee Bishooftuutti haala ho’aan kabajamaa jira

Wait 5 sec.

Finfinnee, Fulbaana 24, 2019 (FMC) – Ayyaanni Irreechaa Hora Harsadee, magaalaa Bishooftuu, Malkaa Harsadeetti, eebba Abbootii Gadaa fi Haadha Siinqeetiin eegalchiifameera.Ayyaanichi mata-duree “Irreechi Waliigaltee Biyyaalessaaf” jedhuun kabajama. Yeroo ammaa kana Malkaa Harsadee irratti sirni Irreeffannaa gaggeeffamaa jira.#Oromia #BiyyaGuddoo #UmmataGuddaa #Mul’ataGuddaa