Finfinnee, Fulbaana 22, 2019 (FMC) – Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Dirre Dhawa yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 4ffaa gaggeessaa jiruun obbo Kadir Juhaar Ittaanaa Kantiibaa magaalichaa taasisuun moggaaseera.Obbo Kadir Juhaar mana marichaa fuuldurratti sirna kakuu raawwataniiru.#Ethiopia #BiyyaGuddoo #UmmataGuddaa #MullataGuddaa