Obbo Ashaadilii Hasan Pireezidaantii naannoo Beenishaanguul Gumuz ta’uun moggaafaman

Wait 5 sec.

Finfinnee, Fulbaana 22, 2019 (FMC) – Manni Maree Naannoo Beenishaanguul Gumuz yaa’ii gaggeess jiruun Obbo Ashaadilii Hasan Pireezidaantii naannichaa taasisuun moggaasera.Obbo Ashaadiliin Pireezidaantii naannichaa ta’uun erga irra deebiin moggaafamaniin booda mana marichaa fuulduratti sirna kakuu raawwataniiru.#Ethiopia #BiyyaGuddoo #UmmataGuddaa #MullataGuddaa