Finfinnee, Fulbaana 23, 2019 (FMC) – Abbootiin Gadaa, Abbootiin Malkaa, abbaan muudaa fi haadholii Siinqee sirna kabaja Hora Finfinnee eebbaan eegalchiisaniiru.Abbootiin Gadaa eebbisuun dhibaayyuu biifaniiru.#Oromia #Ethiopia