Hezboollaan waliigaltee dhukaasa dhaabuu Israa’el fi Libaanos akka hin fudhanne beeksise

Wait 5 sec.

Hezboollaan waliigaltee dhukaasa dhaabuu Israa’el fi Libaanos jaarsummaa Ameerikaatiin irra gahan akka hin fudhanne beeksiseera.