Bu'aan filannoo diraamaa dursee hojjetamedha yaadi jedhu dhugaarraa kan fagaate dha

Wait 5 sec.

Waajjirri Ministeera Muummee Itoophiyaa haala yeroo irratti ibsa baasuun Facebook isaarratti maxxanseen dhimma filannoorratti xiyyeeffateera.