Finfinnee,Waxabajjii 3, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Hindii Naareendiraa Moondiin baga gammaddan jedhan.Naareendiraa Moodiin seenaa Hindii keessaatti hogganaa bara dheeraaf tajaajilan ta’uu isaanii hordofee Dooktar Abiy Ahimad ergaa baga gammaddanii kana dabarsaniifiru.#Oromia #Ethiopia