Baajanni manni maree ministeerotaa barana dhiyaasse waa'ee diinagdee Itoophiyaa maal akeeka?

Wait 5 sec.

Manni Maree Ministeerota Itoophiyaa bajata mootummaa federaalaa kan bara ittaanuu birrii tiriliyeena 2.3 ol akka ta'u raggaasisuun mana maree bakka bu'oota uummataaf ergeera.