Badhaasa Ballon d'Or yeroo jaha mo'atteetti. Dhiiraafis tahe dhalaa keessaa Liyonel Meesii qofatu ishee caala. Giiftii Kubba Miilaa addunyaa, Mallattoo Biraazil, fakkeenya injifannoo jireenya namoota hundaa tahuu dandeesseetti.Maartaa Viyeeraa Da Silvaa.