Waraanni Itoophiyaa Somaaliyaa naannoo Geedootti argamu loltoonni mootummaa federaalaa Somaaliyaa magaala daangaa dhiheenya qabatan, Bahadi Hawaa keessaa guyyaa sadiitti gadi dhiisanii akka bahaniif jaarsoonii biyyaatti himamuun ibsame.