Maanguddoo Arsii waggaa 65tti qormaata biyyaalessaa qoraman

Wait 5 sec.

"Dararaan narra hin geenye hinjiru. Kadhadhee nyaadheera. Ana bira darbee ijoolleen koos dararamaa turan" jechuun BBCtti himan Aaddee Taarikuwaa Ayyaanoo. Maanguddoon waggaa 65 kun barana qormaata kutaa 12 fudhatan.