Abbootiin Gadaa Arsii fi maanguddoonni seeran tuman

Wait 5 sec.

Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) –Yaa’iin Gadaa Sikkoo Mandoo Sirna Murtii Haqaa kennameen xummurameera.Yaa’ii kana irrattis Seeroonni Shan Lallabamanaaniiru.Seeroonni lallabamaniis Yaa’ii Gadaa Arsii fuuldurratti akka itti gaggefamuu qabu,seeroota Fuudhaa fi Heerumaa Gadaa Oromoo Arsii keessatti tumaaman,seera gumaa itti fiixatan,nageenya labsuu fi dhaloonni safuu fi duudhaatti akka deebi’urratti xiyyeeffachuun lallabamaniiru.Yaa’iin Gadaa Sikkoo Mandoo guyyaa 2ffaa Godina Arsii Lixaa Aanaa Nageellee Arsii Hara Laangaanootti gaggeeffamaa ture xummurameera.Feenaan Nuguseetu gabaase.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofanaTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.