Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) – Dorgommii Kilaboota Addunyaa yeroo jalqabeef gaggeeffameen Cheelsiin Shaampiyoonaa ta’eera.Cheelsiin galchii 3 fi 0n PSG injifachuun Shaampiyoonaa Kilaboota addunyaa jalqabaa ta’eera.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FBC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.