Masiriin tapha Itoophiyaa waliin Fulbaana keessa qabduuf qophii addaa gochuu ibsite

Wait 5 sec.

Yeroo Masirii fi Itoophiyaan dhimma Hidha Guddicha Abbayyaa [GERD] irratti muddama keessa jiranitti gareen biyyaalessaa Masirii tapha Itoophiyaa waliin qabaniif qophii addaa gochuu ibse.