'Hidhattoonni Faannoo Wallagga Bahaatti caasaa mootummaa diiguun kan ofii ijaarrachaa jiru'- jiraattota

Wait 5 sec.

Hidhattoonni Faannoo Godina Wallagga Bahaa aanaa Kiiramuu gandoota garagaraa to'achuun caasaa mootummaa diiguusanii jiraattonni BBC'n haasofsiise himan.