WBO'n dhuguma hidhattoota Faannoo waliin waliigaltee mallatteesseeraa?

Wait 5 sec.

''Waraanni Bilisummaa Oromoo sududaan ammas kana duras hidhattoota Faannoo waliin mariin gaggeesse hin jiru'' jedhan Gorsaan Ajajaa Olaanaa ABO-WBO, Obbo Jireenyaa Guddataa.