Finfinnee, Hagayya 20፣ 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Itti aantuu Pireezidaantii Kolombiyaa Firaansiyaa Maarkikeez waliin mari’ataniiru.Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, har’a ganama Itti aantuu Pireezidaantii Kolombiyaa Firaansiyaa Maarkikeez waliin dhimmoota gam-lameerratti mari’anneerra jedhan.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.