Itiyoophiyaafi Sa’ud Arabiyaan haala hariiroo isaanii cimsuu danda’anirratti mari’atan

Wait 5 sec.

Finfinnee, Guraandhala 16, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Sa’ud Arabiyaa Waaliid Alkeereeji waliin mari’ataniiru.Hoggantoonni lameen hariiroo waggoota dheeraa biyyoota lameenii haala cimsuun danda’amurratti mari’atan.Dabalataan dhimmoota nageenyaafi tasgabbii naannawaa faayida waloo biyyoota lameeniirratti hundaa’e irrattis mari’ataniiru.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.