Tiraamp Iraanitti loltoota bobbaasuun Odola Kaarg qabachuuf yaadaa jiraachuu ibse

Wait 5 sec.

Yeroo gatiin boba'aa addunyaa dabalee jirutti Tiraamp loltoota US Iraanitti bobbaasuun Oddoola Kaarg qabachuuf yaada akka qabu beeksise